Paastar Kiriis Oyakhilome jedhama; Naayijeeriyaatti lallabaa beekamaadha. "Talaallin takkaa nama fayyisee hin beeku, soba" jechuun barsiisa. Ji'a Guraandhalaa keessa lallaba isaa karaa chaanaalii ...