Artistoota fi qabsaa'ota gameeyyii Oromoo keessaa Haayiluu Kitaabaa isa tokko. Akkuma tasaa aartii keessatti of arge. Ammoo deeggaraa Arsenaal isa bara lakkoofsisedha. Amma garuu maalirra jira?
Filannoo biyyaalessaa 7ffaaf qophii ta'us dirreen siyaasaa cufamuu ibsuun Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) komate. Ajajaan olaanaa waraana Itoophiyaa gartuun TPLF qoccollaa taasisee ture waraana eegaluuf ...