Amalli waraabessaa badaa hin mul'anne ija kaameeraa keessa galeera. Waraabessi rimaa yeeyyii irraa raqa hatuun fooliinsaa akka hin beeksifneef bishaan jala dhoksite. Waraabessi rimaaTandaalaa jedhamtu ...
Hidhattoonni tibbana Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti harka kennatan miseensotakoo miti jedhe ABO-WBO. Ji'a tokko keessatti hidhattoonni 160 ol tahan ''qabsoo nagaatti'' amanuun mootummaatti harka ...
Mootummaan Itoophiyaa uummata isaa miliyoona 120 caaluuf ulaan galaanaa barbaachisaa tahuu irra deddeebiin kaasa. Gaaffiin faayidaa biyyaalessaa Itoophiyaa kabachiisuu kun Itoophiyaa fi Somaaliyaa ...